1/4
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 0
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 1
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 2
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) screenshot 3
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) Icon

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

sammubani
Trustable Ranking Iconموثوق
1K+التنزيلات
6MBالحجم
Android Version Icon4.0.3 - 4.0.4+
إصدار الأندرويد
16.03(21-10-2020)الإصدار الأخير
-
(0 المراجعات)
Age ratingPEGI-3
تنزيل
التفاصيلالمراجعاتالنُّسَخالمعلومات
1/4

وصف لـIbsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:

-Barruulee mallattoo ‘Save’ tuquun boodarra “Barruu olkaa’ame” keessaa offline dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa “Search” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (share gochuu) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.


Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) - إصدار 16.03

(21-10-2020)
نُسخ أخرى
ما الجديدConverting sammubani.com to app

لا توجد آراء أو تقييمات بعد! لترك أول تقييم يرجى

-
0 Reviews
5
4
3
2
1

Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) - معلومات APK

نُسخة APK: 16.03الحزمة: mobi.androapp.sammubani.c6937
التوافق مع أندرويد: 4.0.3 - 4.0.4+ (Ice Cream Sandwich)
المطور:sammubaniسياسة الخصوصية:https://www.sammubani.com/privacy-policyالأذونات:11
الاسم: Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)الحجم: 6 MBالتنزيلات: 30الإصدار : 16.03تاريخ الإصدار: 2021-04-18 23:57:53الشاشة: SMALLيدعم CPU نوع:
عنوان الحزمة: mobi.androapp.sammubani.c6937توقيع SHA1: 33:62:2E:73:C6:FA:71:48:94:DB:47:40:8D:EE:07:20:29:4A:2D:85المطور (CN): Genius Foolsالمنظمة (O): PuzzlersWorldمحلي (L): Bangaloreالبلد (C): 91ولاية/مدينة (ST): Karnatakaعنوان الحزمة: mobi.androapp.sammubani.c6937توقيع SHA1: 33:62:2E:73:C6:FA:71:48:94:DB:47:40:8D:EE:07:20:29:4A:2D:85المطور (CN): Genius Foolsالمنظمة (O): PuzzlersWorldمحلي (L): Bangaloreالبلد (C): 91ولاية/مدينة (ST): Karnataka

آخر إصدار من Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu)

16.03Trust Icon Versions
21/10/2020
30 التنزيلات6 MB الحجم
تنزيل